Waldaa Gargarsaa obboolota Rehobo

Waldaa Gargarsaa obboolota Rehobo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Gargarsaa obboolota Rehobo, Charitable organisation, Woliso, Wolisso.

23/04/2025

waqayyootin isin gaafana tessoon kenyaa buufata konkolaata walisoo bukke gamoo birhanuu darbbii tokkooff irraati argamnaa waliin tanee jalaala waqayyotiin namoota rakkatanif hadhabanuu dhammsa kenyaa namoota deggarsa kana irraati hirmaachuu barbaadan baankii daldalaa itiopiyaa lakk herre 1000570225425 akkasumas lakk bil 0950152052

23/04/2025
24/03/2025

waldaa wal gargaarsa obboloota rohobot waldaan kun namoota muraasan kan hundaa'ee ta'e seera qabeessummaa ykn eeyyama ministeera irraa kan qabudha yeroo amma kana bara hundeeffame jalqabee hojiiwwaan gaarii ta'an bay'ee isaa hojjateera dhabbaani kun hojiiwwan hojjatee kessaa muraasa isaani namoota harkaa qal'eeyyii ta'an nyaata fi zayitii kenunnun deggaraa turera,namoota mana sirreessaa jiran gafachuufi jajabessun,sammunaa fi uffataa arjomeeraa namoota dhukkubsataani yeroo dheeraaf manati hafanif kadhachuufi qorichoota gargaaraa bituufi qarshii deggarudhaan bahaani lafa garaa ofii olaani akka galan tasiisee jira kanaaf isinis kana beekuun waldaa partner kanati galuun,hirmachuu barbadaan partner ta'uun gahee kessaan akka bataan jaalalawaqayyootin isin gaafana tessoon kenyaa buufata konkolaata walisoo bukke gamoo birhanuu darbbii tokkooff irraati argamnaa waliin tanee jalaala waqayyotiin namoota rakkatanif hadhabanuu dhammsa kenyaa namoota deggarsa kana irraati hirmaachuu barbaadan baankii daldalaa itiopiyaa lakk herre 1000570225425 akkasumas lakk bil 0950152052

Address

Woliso
Wolisso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Gargarsaa obboolota Rehobo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share