Bulchiinsa Ganda magaalaa guddattuu Waamannaabmgdw

Bulchiinsa Ganda magaalaa guddattuu Waamannaabmgdw koottaa magaalaa Tana woliin haa guddisnuu

አይ ኤምኤፍ የ2026 የኢኮኖሚ ዕድገት ትንበያውን ይፋ አደረገ፤ ኢትዮጵያ በከፍተኛ ዕድገት ቀዳሚነቱን ይዛለች**************************ዓለም አቀፉ የገንዘብ ድርጅት (IMF) ...
17/04/2026

አይ ኤምኤፍ የ2026 የኢኮኖሚ ዕድገት ትንበያውን ይፋ አደረገ፤ ኢትዮጵያ በከፍተኛ ዕድገት ቀዳሚነቱን ይዛለች
**************************

ዓለም አቀፉ የገንዘብ ድርጅት (IMF) በአውሮፓውያኑ 2026 የሰሃራ በታች አፍሪካ ሀገራትን የኢኮኖሚ ዕድገት ትንበያ ይፋ አድርጓል።

በዚህ ትንበያ መሠረት ኢትዮጵያ በ9.2 በመቶ ከፍተኛ ዕድገት በማስመዝገብ ከቀጣናው ሀገራት ቀዳሚነቱን እንደምትይዝ ተመልክቷል።

እንደ አይኤምኤፍ ሪፖርት፣ ኡጋንዳ በ7.5 በመቶ፣ ሩዋንዳ በ7.2 በመቶ እንዲሁም ቤኒን በ7.0 በመቶ ዕድገት እንደሚያስመዘግቡ ተተንብዮላቸዋል።

በሌላ በኩል እንደ ናይጄሪያ (4.1 በመቶ) እና ደቡብ አፍሪካ (1.0 በመቶ) ያሉ የክፍለ አህጉሩ ግዙፍ ኢኮኖሚዎች ዝቅተኛ የዕድገት ትንበያ ተቀምጦላቸዋል።

በመካከለኛው ምስራቅ ያለው ግጭት የነዳጅ እና የማዳበሪያ ዋጋን በመጨመር በበርካታ ሀገራት ላይ የኢኮኖሚ ጫና ቢፈጥርም፣ እንደ ኢትዮጵያ ያሉ ሀገራት ግን አሁንም ጠንካራ የኢኮኖሚ እንቅስቃሴ እንደሚያሳዩ የአይኤምኤፍ ትንበያ ያመላክታል።

Aanaa Hamballaa Waamannaatti Hojiin Nageenyaa hojjatamaa jiru cimee akkuma itti fufetti jira. Duulli Operation Aadaaf Am...
21/03/2026

Aanaa Hamballaa Waamannaatti Hojiin Nageenyaa hojjatamaa jiru cimee akkuma itti fufetti jira.
Duulli Operation Aadaaf Amantaa qinda'aafi Deeggarsi Milishaa Dirqama irra jiruuf Deeggarsa taasifamuun akkuma itti fufetti jira.
Hamballa Woyyuu!!

[Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Hamballaa  wamannaa  obbo Galgaloo Waaree fi koreen qindeesstuu Aanaa Hamballaa  wamannaa  wal...
21/03/2026

[Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Hamballaa wamannaa obbo Galgaloo Waaree fi koreen qindeesstuu Aanaa Hamballaa wamannaa waliin ta'uudhaan milishaa Ganda Gooroo Baddeessaa eegumsa irra jiruuf sangaa Bishaan fi saamunaa fidanii jajjabeessanii jiru.
Aanaa Hamballaa Waamannaatti Hojiin Nageenyaa hojjatamaa jiru cimee akkuma itti fufetti jira.
Duulli Operation Aadaaf Amantaa qinda'aafi Deeggarsi Milishaa Dirqama irra jiruuf Deeggarsa taasifamuun akkuma itti fufetti jira.
Hamballa Woyyuu!!

15/07/2025
15/07/2025
15/07/2025

“Hojii Baruufi Barsiisuu Rakkoo Guddaa Keessa Ture Bu`uura Irraa Jijjiiruuf Hojii Eegalleerra.” Dr. Tolaa Bariisoo
==
Hogganaan Biiroo Barnoota Oromiyaa Dr.Tolaa Bariisoo hojiin baruufi barsiisuu rakkoo guddaa keessa turuu ibsanii, kunis bu`uuraan irratti hojjechuu dhabuudha jedhan. Kana furuufis dhaloota boru biyyaaf abdii ta`uufi sadarkaa hundatti dorgomaa ta`e horachuuf manneen barnootaa bu`uura boruu ijaaruu,barsiisota leenjisuufi kitaabilee shaakalaa qopheessuufiin daa`imman miliyoona 2 ol barnoota jalqabuu himaniiru.

Barsiisota daa`imman bu`uura boruu barsiisanis kolleejjii 12 keessatti doormii galanii bara kana leenji`aa turuu eeranii,rakkoon dhiyeessii kitaabaas guutummaan ta`uu baatus fooyya`insa agarsiiseera jedhan.

Gadi bu`uu qabxii barataa qormaata xumuraa kutaa 12ffaa akka biyyaatti mudatee jiru hambisuuf barattootaaf barnoonni dabalataan kennamuun kitaabni barsiifamee xumuramuufi barattoonni manneen barnootaa bultii addaa keessatti baratanis qormaata xumuraaf ga`uun rakkoo jiru kan furu akka ta`es Dr.Tolaan dubbataniiru.

Harcaatiin barataa, rakkoon dubbisuufi barreessuu dadhabbuu barattoota kutaa 3-5 jiranii kan “Hiyyummaa barnootaa” jedhamee waamamu ammayyuu jiraachuu ibsaniiru. Rakkoo hiyyummaa barnootaa jiru kana hambisuufis Daarikteroota,suppervaayizarootaafi barsiisota kuma 57 ta`aniif ganna kana mala baruufi barsiisuu addaa fala ta`uu danda`uun leenjii kennuun bara 2018 keessa rakkoo kana furuuf kan hojjetamu ta`uus himaniiru.

https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com

13/07/2025

Address

Addis Ababa
Shashemene

Telephone

+251915181681

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bulchiinsa Ganda magaalaa guddattuu Waamannaabmgdw posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share