15/08/2026
Dhaabbanni Islaamummaa Ta'aawun Projektii ijaarsa masjidaa Hijraa Shaashemannee Ganda 04 ijaarsisaa jiru daawwatee jira.
Daawwannaan kun adeemsa ijaarsaa ilaaluuf qofa osoo hin taane, gargaarsa Rabbiitiin Hawaasaaf bu'uura hafuuraa kan ta'u, giddu gala Amantiifi barnootaa daawwachuuf ture. Masjidni ijaarsaa olitti dhaabbata Tokkummaa hawaasaa, qajeelfamaafi ifnana kennuudha.
Rabbiin projektii kana akka nuuf barakachiisu, nullee haala gaariin xumuramee arguu akka nu dandeessisu hawwii keenya.
Nabiyyiin (s.a.w) akkana jedhaniiru:-
" Namni Rabbiif jedhee Masjida ijaare, Rabbiin jannata keessatti (mana) fakkaataa isaa ijaaraaf." (Bukhaariifi Muslim gabaasaniiru)
ተዐዉን ኢስላማዊ ተቋም በሻሸመኔ 04 እያስገነባ ያለውን የሂጅራ መስጂድ ግንባታ ፕሮጀክት ዘይሯል።
ይህ ጉብኝት የግንባታ ሂደቱን ለመመልከት ብቻ ሳይሆን ፣ በአላህ ፍቃድ ለማህበረሰቡ የሶላት፣ የእምነት እና የትምህርት ማዕከል የሚሆን መንፈሳዊ መሰረትን ለመመልከት ነበረ። መስጂድ ከግንባታም በላይ፣ ለማህበረሰቡ አንድነት ፣ መመሪያ እና ብርሀን የሚሰጥ ተቋም ነዉ።
አላህ(ሱ.ወ) ይህንን ፕሮጀክት እንዲባርክልን ፣ እኛንም ባማረ መልኩ ተጠናቆ እንድናየው ያስችለን ዘንድ ምኞታችን ነው።
ነብዩ (ሰ. ዐ. ወ) እንዲህ ብለዋል:-
"ለአላህ ብሎ መስጂድን የገነባ ሰው፣ አላህ ለእርሱ በጀነት ውሰጥ መሰሉን (ቤትን) ይገነባለታል።"(ቡኻሪ እና ሙስሊም ዘግበውታል)
https://t.me/teawunislamic