Waldaa Al-Nuur

Waldaa Al-Nuur Waldaa Tajaajila Hawaasummaa Al-Nuur

28/02/2025

رمضا كريم

29/01/2025
Hawaasni tokko - Amantii, beekumsa, aadaa fi duudhaa isaa dhaalchisuu/itti fufsiisuu ykn dhalootaaf ceesisuu kan dandayu...
09/01/2025

Hawaasni tokko
- Amantii, beekumsa, aadaa fi duudhaa isaa dhaalchisuu/itti fufsiisuu ykn dhalootaaf ceesisuu kan dandayu yoo ijaarame qofa.
- seera ykn Tartiiba kan qabaatu yoo ijaarame qofa.
- Diinagdeedhaan of dandayaa kan tahu yoo ijaarameedha.
- Galma waloo kan milkeessu yoo ijaarame qofa.
Ijaaramuun miira walummaa wal jidduutti uumuudhaaf shoora guddaa taphata.
Kanuma milkeessuuf waldaa tajaajila Hawaasaa gosa heddu of keesaaa qabu, kan
- caasaa bulchiinsa hammayyaatiin hoogganamu
- ittiin bulmaata beekkamtii majlisaatin mirkanaaye kan qabu
- sirna qabiinsa faaynaansii hammayyaa iftoomina qabuun kan bulu
Bocnee gara hawaasa keennaa bahuudhaaf qophii hunda xumurannee jiraachuu keenna gamanumaan isin hubachiisa.
Keessoo fi kaayyoo waldichaa sagantaa hawaasa guutuu hirmaachiseen yeroo gabaabaa keessatti as baana

Address

Baha Biiftuu
Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Al-Nuur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share