Mustefa Esmael Husen

Mustefa Esmael Husen work hard to achieved ultimate Goal

07/04/2026
11/12/2025
11/12/2025

Yaadachiisa!
Kabajamtoota Abbootii Aksiyoonaa Baankii Gadaaf;
Waamicha Yaa’ii Waliigalaa Abbootii Aksiyoonaa Idilee 4ffaa Baankii Gadaa Mudde 4 bara 2018 ganama sa’a 2:30 irraa eegalee galma Barkumeetti gaggeeffamuuf guyyaa muraasni kan hafu waan ta’eef guyyaa sana irratti hirmaachuuf dursitanii sagantaa keessan akka mijeeffattan kabajaan isin yaadachiifna.
Baankii Gadaa
Baankii Dhaloota Haaraa!

ማሳሰቢያ
ለተከበራችሁ የገዳ ባንክ ባለአክሲዮኖች;
የባለአክሲዮኖች 4ተኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባኤ ጥሪ ታህሳስ 4 ቀን 2018 ዓ.ም ከጠዋቱ 2፡30 ላይ ጀምሮ በሚሊኒየም አዳራሽ ለመካሄድ ጥቂት ቀናት የቀሩት ሲሆን እርስዎም በዕለቱ ጉባኤው ላይ ለመገኘት ቀድመው ፕሮግራምዎን እንዲያመቻቹ በአክብሮት እናሳስባለን፡፡
ገዳ ባንክ
የአዲሱ ትውልድ ባንክ

Address

Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mustefa Esmael Husen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mustefa Esmael Husen:

Share