Arsi Chole Weregu Jawi

Arsi Chole Weregu Jawi This union has the objective to bring the people together to discuss on what they have to do for their village

14/05/2026

Uumama uumaan Ummata uumee

27/04/2026
17/02/2026

Chole Oromia

14/02/2025

Doktoroota gita hin qabne Addunyaa tana
1. Aduu ganamaa
2. Sochii qaamaa
3. Of kabajuu
4. Bishaan gahaa dhuguu, keessattuu ganama ganama
5. Nyaata madaalawaa ta'e
6. Hirriba gaarii
7. Hiriyaa gaarii
8. Kan si uume galateeffachuu fa'a
Halkan gaarii!!! (Dt. Chala)

This is Chole wereda Kofalchisa river train bridge.
05/02/2025

This is Chole wereda Kofalchisa river train bridge.

02/02/2025

Gaaddisa Waloomaa Boruuf Jenneeti!
Bu'uurri Sabboonummaa dhugaa Maatii ofii jaallachuu, Ollaa ofii jaallachuu, ilaalcha gaarii qe'ee dhalootaa kaasee hanga biyyaatti lafaa fi ummata biyya ofiitii qabachuu irraa madda.
Koottaa miseensa waldichaa ta'uun
- Hidhata Hawaasummaa jabaa fageenyaan hin daangeffamne
- Warraaqsa Diinagdee Hiyyeessaa fi Dureessas hirmaachisu
- Gargaarsaa fi Misooma Hawaasaa Ilmaan biyyaa hundi keessatti qooda fudhatan irratti waliin haa hojjannu.
"Waa'ee Keenya, Ofii keenyaan"
"ስለ እኛ ፣ በራሳችን"
"About us, By ourselves"
Fuulbarruu keenya
Waldaa Walgargaarsaa Boruuf Jenneet follow gochuun nu waliin ta'aa!

Address

Oromia Region

Telephone

+251913420102

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arsi Chole Weregu Jawi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category