ATIS NAMA Foundation

ATIS NAMA Foundation Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ATIS NAMA Foundation, Charitable organisation, Nekemte.
(9)

Hojii kana Tumsuu kan barbaaddan:-
ATIS NAMA FOUNDATION
Commercial Bank of Ethiopia : 1000754562758
Coperative Bank of Oromia : 1021800256101
AWASH : 013291732884200
Bilbila : +251938692120/+251930661797

23/05/2026

Har’a rakkachuun Bor rakkachuu miti. Rakkinni hin darbine hin jiru

Gutema Fikadu
Namoonni bira dhaabbachuu barbaaddan Lakk. Bilbila kanaan quunnamuu dandeessu
+251 91 739 1481

22/05/2026

Share Gochuun keessan gargaarsa guddaadha🥲
Akkasitti jiraachuun hammam akka cimu tilmaamun hin ulfaatu

Account abbaa ishee
CBE 1000766073569 Hisa tayisa chala

Akkatti Ganna Simachaa jirruu tokkotu jira💥⛈️Seena Waaqayyoo hin jijjiirre hin jiru! Kun mana Gara Laafummaati
20/05/2026

Akkatti Ganna Simachaa jirruu tokkotu jira💥⛈️
Seena Waaqayyoo hin jijjiirre hin jiru!
Kun mana Gara Laafummaati

19/05/2026

Fayyaan Qabeenya guddaadha🥹

17/05/2026

Deeggarsa Barsiisa Alamayyoo

☑️Baankii daldala Itoophiya: 1000170920086
☑️Baankii Awaash:
01320604860800
☑️Hojii Gamtaa Oromiyaa: 1000072283019

Bilbila amma ittiin nu argattan
0938692120

17/05/2026
17/05/2026

Har’a galgala sa’aatii 2:00 tti hundumti keessan nuuf argamaa! Eebbifamaa!

16/05/2026

Feestaaliidhaan jiraata🥲

Obboleessa keenya kana haa tumsinu

Awash 01328984863300 Adunyaa Beenyaa

Obboleessi keenya Barsiisa Alamayyoon Dhukkuba kansarii dhiigaatiin rakkachaa kan jiru maallaqni muraasni walitti qabame...
16/05/2026

Obboleessi keenya Barsiisa Alamayyoon Dhukkuba kansarii dhiigaatiin rakkachaa kan jiru maallaqni muraasni walitti qabameefi gara biyya hinditti imalee yaalin taasifamaafi jira. Ha ta'uutii garuu sababa hanqina maallaqaaf yeroo ammaa yaali addaan kutuuf jedha. Hadaraa keessan Lubbu obboleessa keenya haa baraarru🙏

Bor galgala akka Biyya keenyatti sa'aati 2:00pm tti
Akka dubai tti sa'aatii 9:00 Pm
Newyork (Noon) 12:00 Pm
Sagantaa Maallaqa walitti qabuu Tiktok fi facebook ATIS NAMA foundation tiin qopheessine waan jirruuf kottaa waan qabdan hiixadhaafi lubbuu Obboleessa keenya nuuf baraaraa!

15/05/2026

Video kana hin dabarsinaa mee hamma dhumaatti daawwadhaa🥹

Waan humna keessani tumsaa!
CBE 1000137642976
Daraje Fedhasa

14/05/2026

Abbaa ofii akkasitti arguun nama gaddisiisa😔

Address

Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ATIS NAMA Foundation posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to ATIS NAMA Foundation:

Share