16/02/2026
π SAGANTAA GUMAATA KHEEYRII π
β"Nuti waloon yoo dhaabbanne, ji'a Ramadaanaa maatiin harka qalleeyyiin beelaan hin soomanan."
βHawaasni keenya hundi akka wal-gargaaruuf waamicha dhiyeessina! Dhaabbanni Ramzi Media, Ahlul Keeyrii, Fil-Allah fi Gamtaan Mi'eessotaa qindoomuun maatii harka qalleeyyii 100 taβaniif raashina (nyaata) bituuf sagantaa galii sassaabbii addaa qopheessaniiru.
βπ Guyyaa: Jimaata, Guraandhala (February) 20, 2026
β° Sa'aatii: Halkan sa'aatii 5:00 (Sa'aatii Itoophiyaa)
π Bakka: TikTok Live (Ramzi Media)
βIsin hunduu sagantaa kanarratti argamuun, keeyrii (tola) kana keessatti akka hirmaattan, akkasumas maatii harka qalleeyyii akka gargaartan kabajaan afeeramtanii jirtu!
β