Christian Engineers Association

Christian Engineers Association this assosation is to develop of the spiritual strengeth on international by preaching Gospel for the sake of design this life best stand in God plan

Bara olka'insa 2018
04/10/2025

Bara olka'insa 2018

19/07/2025
08/07/2025

Kana booddee ilaalee, bantiin waaqaa banamee, farda adii tokkos nan arge. Inni fardicha irra taa'es maqaan isaa, “Amanamaa, dhugaas” in jedhama; firdiitti, lolattis qajeelummaadhaan in hojjeta. Iji isaa akka barbadaa ibiddaa ti, mataa isaa irra waan akka gonfoo baay'eetu jira; maqaa isa irratti caafamee jiru tokko qaba, garuu isuma malee, namni tokko illee hin beeku. Uffata dhiiga cuuphame tokko in uffata, maqaan isaas “Sagalee Waaqayyoo” jedhame. Loltoonni waaqa keessaa immoo uffata quncee talbaa adii fi qullaa'aa uffatanii, fardeen adaadii irra taa'anii, isa duukaa in bu'an. Afaan isaa keessaa billaa qaramaa, isa inni ittiin saba Waaqayyoo warra hin ta'in rukututu ba'e. Inni ofii isaatii saba sana siiqqee sibiilaatiin in tiksa; inni ofii isaatii iddoo cuunfaa waynii dheekkamsa sodaachisaa, isa kan Waaqayyo hundumaa danda'uu dhidhiituuf jira. Uffata isaa irratti, gudeeda isaa irrattis maqaan, “Mootii moototaa, gooftaa gooftotaas” jedhu caafamee jira.
*11 6:2; 3:14; His 1:1; Far 96:13; Isa 11:4
*12 1:14; Dan 10:6
*13 Isa 61:1-3; Yoh 1:1
*15 1:16; 2:27; 14:19-20; Far 2:9; Isa 63:3; Yoe 3:13
*16 17:14; 1Xim 6:15
Mul'ata 19:11-16

03/06/2025

Akka ijoollee abboomamanii ta'aa malee, kajeellaa foonii isa bara gowwummaa keessanii duukaa hin luucca'inaa! Inni isin waame qulqulluu akkuma ta'e, isinis adeemsa keessan hundumaan qulqulloota ta'aa!
Inni caaffata qulqullaa'aa keessatti,
“Ani qulqulluu waanan ta'eef,
isinis qulqulloota ta'aa!” jedheera.
*13 Luq 12:35
*14 Rom 12:2; Efe 4:17-18
*16 Lew 11:44-45; 19:2
1 Phexros 1:14-16

this assosation is to develop of the spiritual strengeth on international by preaching Gospel for the sake of design this life best stand in God plan

Address

Mek'i
ZIPCODE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Christian Engineers Association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share