ADEM BAHAR Kombolcha

ADEM BAHAR Kombolcha Adem Bahar Mume Beker
Godina Hararge Baha Aanaa komolcha ,oromiya,Ethiopia.

05/12/2024
21/02/2024
18/12/2023

SABABA DADHABINA IIMAANAA
********************
# Hidhannoo gaarii irraa fagaachuu
# Barumsa shari’aa barachuu, kitaabota salafaafi
kitaabota iimaana fayyiftu irraa fagaachuu
# Namni Muslimni bakka itti sagaleen badiidhaan
itti ol fuudhamu walakkaa jiraachuu:
# Hojii duuniyaa qofaan liqimfamanii qalbiin
gabricha ishee ta’uu:
# Qabeenya, haadha manaatiifi ilmaan qofatti
shaaghalamuu:

16/12/2023

MALLATTOOLEE DADHABINA
IIMAANAA
**************************

# Dilii keessa seenuufi haraama dalaguu
# Qalbiin goguun itti dhaga’amuu
# Mul’achuu jaalchuu
# Mallattoo iimaanni dadhabuu keessaa tokko haadni
obbolummaa jidduu obboleeyyan Muslimaatii
cituudha
# Kan biraa immoo qalbiin duniyaatti rarra’uu, ishee
jaalachuufi gara ishee qofatti haara galfachuudha

By Abiy Ahmed2015  chaaaaw2016  wecome....
11/09/2023

By Abiy Ahmed
2015 chaaaaw
2016 wecome....

እንኳን ለ2016 አዲስ ዓመት አደረሳችሁ

በፈጣሪ ቸርነት 2015ን አልፈን ወደ አዲሱ ዘመን ደርሰናል። ኢትዮጵያ በውጣ ውረድ ውስጥ እያሸነፈች ተጉዛለች።

ጽኑ መርሕ፣ ብርቱ ሕዝብና የማይሸነፍ አምላክ ስላለን እዚህ ደርሰናል። ብዙ ነገሮችን አሳክተናል፤ አያሌ ፈተናዎችን በድል ተወጥተናል፤ እልፍ መሰናክሎች ቢደረደሩም ጠንካራ መሰረት ሆነውን አልፈዋል።

የተሳኩልን ሁሉ የኅብረ ብሔራዊ አንድነታችን ውጤቶች ናቸው። የተፈተንባቸው ደግሞ በመለያየት የተነሣ የመጡ ናቸው። በቀጣዩ ዓመት ፈተናዎቻችን እጅግ ቀንሰው፤ ኅብረ ብሔራዊ አንድነታችንን ከአልማዝ ጠንክሮ፤ የኢትዮጵያን ሰላምና ደኅንነት በጽኑ መሠረት ላይ እናጸናዋለን።

ልማትና ብልጽግናዋን ወደሚመጥናት ደረጃ እናሻግረዋለን።

አዲሱ ዓመት የኢትዮጵያ ብልጽግና ዓመት እንዲሆን እመኛለሁ።

ኢትዮጵያ በልጆቿ ጥረት ታፍራና ተከብራ ለዘላለም ትኑር!!
ፈጣሪ ኢትዮጵያና ሕዝቦቿን ይባርክ!
ጳጉሜን 6 ቀን 2015 ዓ.ም

Address

Kombolcha
Kombolcha
22094041

Telephone

+251922094041

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ADEM BAHAR Kombolcha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to ADEM BAHAR Kombolcha:

Share

Category