Dhaabbata T/O/Ahlul Keeyr Magaalaa Baxxeeአህሉል ኬይር የበጤ ከተማ በጎ አድራጓት ተቋም

  • Home
  • Ethiopia
  • Kemise
  • Dhaabbata T/O/Ahlul Keeyr Magaalaa Baxxeeአህሉል ኬይር የበጤ ከተማ በጎ አድራጓት ተቋም

Dhaabbata T/O/Ahlul Keeyr Magaalaa Baxxeeአህሉል ኬይር የበጤ ከተማ በጎ አድራጓት ተቋም Dhaabbata deeggarsa humna dhabdootaa fi yetimoota deeggarsa hin qabneef hundaa'e

Ramadaan Kariim !ረመዳን ከሪም!
23/03/2023

Ramadaan Kariim !
ረመዳን ከሪም!

    Hawaasa Keenya waliigalaa Jalqabarratti nageenya fi rahmanni Rabbii mootii Aalamaa bakka jirtan maratti isiniif haa ...
25/11/2022




Hawaasa Keenya waliigalaa Jalqabarratti nageenya fi rahmanni Rabbii mootii Aalamaa bakka jirtan maratti isiniif haa jiraatu isiniin jedha. Itti aansuun waamicha simannaa gammachuu Dr. Ustaaz Hafizul qur'aan Abdurrahmaan She Ahimed irratti affeerraa gammachuu isiniif gochuu ta'a.

Sagantaa Simannaa Ustaaz Haafizul qur'aan Dr. Abdurrahmaan She Ahimed Waggaa 17 booda barnoota isaanii xumuruun gara biyya isaanii dhufuu sababeeffachuun Sagantaan simannaa hoo'aan biyya dhaloota isaa kan taate Aanaa Jiillee dhummuugaa Magaalaa Baxxeetti gaafa guyyaa Sadaasa 17/2015 Jechuun Kadir waan godhamuuf, Sagantaa kana irratti akka argamtanii gammachuu keenya nuwaliin goonfattan affeeramtaniirtu.

Sagantaa kana irratti Olomoota gurguddoo godina keenyaa, Manguddoota biyyaa, Dargaggoota, Miseensota waaldaalee gara garaa, Geggeessitoota Godinaa, Aanaa fi Gandootaa irratti argamuun sagantaa simannaa hoo'aan itti godhamuu fi Simannicha irrattiis Daa'iiwwan fi Ustaazonni gurguddoon biyya keenyaa argamuun ergaawwan mi'aawaa barnoota islaamaa isiniif qoodu.

Ulamaa'otaa, Daa'iiwwan hayyoota Islaamaa gurguddoo Saganticha irratti hirmaatan keessaa muraasni isaanii:-
1/ Shek Ahmed Albukkoo (Sheeka Guddaa Abbaa Olomoota biyya keenyaa baay'ee Baxxee gubbatti kitaaba qaraasisaa ture.)
2/ Dr. Jiilaan Qamar
3/ Dr. Mahammed Kamaal Tilmoo
4/ Dr. Mahmuud Aadam Mohammed
5/ Dr. Seid juneydi Aymoo
6/ Sheek Haaji Kadir Hamdaa fi kanneen maqaan isaanii asirratti hin kaafamin biroos argamuun barnoota Islamaa gorsa akka dammaa mi'ooftu kan irratti nuuf qoodaniidha.

Kanaafuu Gaafa Sadaasa guyyaa 17/03/2015 jechuunis Guyyaa Kadir/Sanbata Xiqqaa hirmaachuun Sagantaa simannaa Ustaaza haafiza Abdurrahmaan she Ahimed kana akka nuwaliin qooddattanii akkasumas barnoota islaamaa gara garaa Ulamaa'ota gurguddoo biyya keenyaatiin kennamu irratti hirmaachuun akka qooddattan gamanumaan dhaamsa Obbolummaa keenya isiniif dabarsina.

Gaafa miskiinni gammade hulaan keerii siif banamtee beekiHaati teenna tuni akkuma daakuu itti kennineen dakuu fudhatte  ...
10/10/2022

Gaafa miskiinni gammade hulaan keerii siif banamtee beeki

Haati teenna tuni akkuma daakuu itti kennineen dakuu fudhatte fiiyde dukaa deemee maal taatan jennaan hin gammade ijoolleen tiyya ganamarraa homaa Afaaniin hin qabne Amma deemee nyaata godhaafi saniif fiiga naan jette

Ka'isiin hagana gammadde Rabbi hagam sitti gammada yaa ummata oromo kan miskiinaaf dhaabbattan.

22/09/2022
🙏
09/08/2022

🙏

Address

Kemissie
Kemise
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaabbata T/O/Ahlul Keeyr Magaalaa Baxxeeአህሉል ኬይር የበጤ ከተማ በጎ አድራጓት ተቋም posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Dhaabbata T/O/Ahlul Keeyr Magaalaa Baxxeeአህሉል ኬይር የበጤ ከተማ በጎ አድራጓት ተቋም:

Share