Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaa

Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaa, Charitable organisation, East Hararghe, Goro Gutu, Karamile.

Itti Gaafatamaa Waajjira Fayyaa Aanaa Gooroo Guutuu obbo Jaabir Mahammad Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr...
20/07/2024

Itti Gaafatamaa Waajjira Fayyaa Aanaa Gooroo Guutuu obbo Jaabir Mahammad Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 10,000 gumaacha taasisanii jiru.

Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Dareektara Buufata Fayyaa Kaarramillee Khalid Endirias Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 7000  gumaacha ta...
20/07/2024

Dareektara Buufata Fayyaa Kaarramillee Khalid Endirias Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 7000 gumaacha taasisanii jiru.

Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Itti Gaafatamaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Gooroo Guutuu obbo Mahammad Jamaal Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf...
20/07/2024

Itti Gaafatamaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Gooroo Guutuu obbo Mahammad Jamaal Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 10,000 gumaacha taasisanii jiru.

Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Obbo Abdii Abdalla  B/Bu'aa Waajjira Daldalaa Aanaa Gooroo Guutuu  Fawundeeshinii Tola Ooltummaa Sheek Bakrii Saphaloo 1...
20/07/2024

Obbo Abdii Abdalla B/Bu'aa Waajjira Daldalaa Aanaa Gooroo Guutuu Fawundeeshinii Tola Ooltummaa Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 3000 gumaacha taasisaniiru.
Galatoomaa Ulfaadhaa

Kantiibaa Magaalaa Qobboo Obbo Khalid Eisa Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 6,000 gumaacha taasisanii jir...
20/07/2024

Kantiibaa Magaalaa Qobboo Obbo Khalid Eisa Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 6,000 gumaacha taasisanii jiru.

Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Itti Aanaa Bulchaa Aanaa Gooroo Guutuu obbo Ramadan Ibsaa Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 10,000  gumaac...
20/07/2024

Itti Aanaa Bulchaa Aanaa Gooroo Guutuu obbo Ramadan Ibsaa Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 10,000 gumaacha taasisanii jiru.

Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Itti Gaafatamtuu Waajjira Dhimma Dubartaa fi Daa'immanii Aanaa Gooroo Guutuu Aadde Maftuhaa Abdalla Fawundeeshinii Sheek...
20/07/2024

Itti Gaafatamtuu Waajjira Dhimma Dubartaa fi Daa'immanii Aanaa Gooroo Guutuu Aadde Maftuhaa Abdalla Fawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 10,000 gumaacha taasistee jirti !!
Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Itti Gaafatamaa Waajjira PSMQN Aanaa Gooroo Guutuu obbo Jamaal Saanii Fawundeeshinii Tola Ooltummaa Sheek Bakrii Saphalo...
20/07/2024

Itti Gaafatamaa Waajjira PSMQN Aanaa Gooroo Guutuu obbo Jamaal Saanii Fawundeeshinii Tola Ooltummaa Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 5000 gumaacha taasisaniiru.
Galatoomaa Ulfaadhaa🙏

Hawaasni keenya kan biyya keessaa fi biyya Alaa jirtan hundinuu kan  Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo deeggaruu bar...
18/07/2024

Hawaasni keenya kan biyya keessaa fi biyya Alaa jirtan hundinuu kan Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo deeggaruu barbaaddan Lakkoofsa Akkaawuntii Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1028100254641 Kana irratti waan dandeessaniin dhaloota dhufuuf bu'ura kaayuu dandeeysu.

Hawaasni keenya kan biyya keessaa fi biyya Alaa jirtan hundinuu kan  Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo deeggaruu bar...
18/07/2024

Hawaasni keenya kan biyya keessaa fi biyya Alaa jirtan hundinuu kan Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo deeggaruu barbaaddan Lakkoofsa Akkaawuntii Baankii Siinqee 1071118731218 Kana irratti waan dandeessaniin dhaloota dhufuuf bu'ura kaayuu dandeeysu.

Waadaa Gochaan Dhugoomee Mahammad Ahmad Itti Gaafatamaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Nannoo Aanaa Gooroo Guutuu Fawundeeshinii...
18/07/2024

Waadaa Gochaan Dhugoomee
Mahammad Ahmad Itti Gaafatamaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Nannoo Aanaa Gooroo Guutuu Fawundeeshinii Tola Ooltummaa Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qr 5000 gumaacha taasisaniiru.
Galatoomaa Ulfaadhaa

Wa'aada Gochaan Dabaalame👏Manni Qopheessaa Magaalaa Kaarramillee Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qarshii 10...
18/07/2024

Wa'aada Gochaan Dabaalame👏

Manni Qopheessaa Magaalaa Kaarramillee Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaaf Qarshii 100,000 gumaachee jira.

Galatoomaa, Ulfaadhaa🙏

Address

East Hararghe, Goro Gutu
Karamile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Faawundeeshinii Sheek Bakrii Saphaloo 1ffaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share