10/11/2025
Gurmaa'insa Dargaggootaa Cimaa, Olka'insa Biyyaaf!!
Marii dargaggoota guyyaa borii Sadaasa 2/2018 waajjira paartii godinaatti gaggeeffamuuf qophiin hundi xumuurameera. Dargaggoonni keenya Magaalaa fi Godina keenyaa qophooftani???