Beyan Alishoo Usmail

Beyan Alishoo Usmail Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Beyan Alishoo Usmail, Hirna.

12/06/2024
24/01/2023
BEEKSISA QACARRII!Dargaggoonni Keenya carraa Kanattii haa fayyadamnuu!Ministeerri Raayyaa  Ittisa Biyyaa, Dargaggoota ul...
04/09/2022

BEEKSISA QACARRII!
Dargaggoonni Keenya carraa Kanattii haa fayyadamnuu!

Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa, Dargaggoota ulaagaa armaan gadii guutuu danda’an foo’atee leenjisuun Idileedhaan qacaruu barbaada.
1.Ulaagaa barbaachisan:

1.Heera Mootummaa biyyaa keenyatti kan amanan
2.Tokkummaa fi birmadummaa uummataattii kan amananii fi tajaajiluudhaaf fedhii guutuu kan qaban
3.Kanaan dura Miseensa RIB fi Poolisii fi humna addaa kan hin turre.
4.Yakka irraa bilisa kan ta’anii fi mana murtiitti falmii kan hin qabne.
5.Fayyumma qaama guutuu kan qaban
6.Xalayaa deeggarsaa gandaa fi W/Poolisii kan qaban

2. Dheerinaa fi ulfaatina qaamaa ilaalichisee
Dhiiraaf : meetira 1.60 fi isaa ol ulfaatina kg 50-70
Dubaraa: meetira 1.55 fi isaa ol ulfaatina Kg 45-60

3. Sadarkaa Barumsaa fi Umurii
3.1 Dhiiraaf Barumsa Kutaa 6ffaa kan xumuree fi isaa ol
3.2 Dubartiif Diploomaa, Level 3 fi 4 kan qaban COC kan milkoofte
3.3 kaardii Ministirii kutaa 8ffaa dhiyeeffachuu kan danda’an
3.4. Umurii Saala Lamaanu waggaa 18-25
3.5.Ragaa Barumsaa Orijiinaalaa dhiyyeessuu kan danda’an.
Guyyaa galmee 27/12/2014 irraa jalqabeera.

Iddoo galmee Waajjiraa Bulchiinsa fi Nageenyaa Aanaalee fi magaalotaa qaaman dhihaachuun galmaa'u ni dandeessu.
Odeeffannoo dabalaata argachuuf
Fuula Miidiyaa kanaa hordofaa!

Carraa Hojii Gaarii Dargaggoota fi Shamarraan Keenyaaf.!!

 # # # # Dargaggootni Oromoo Carraa kanatti fayyadamaa!Namootni ulaagaa guuttan Dorgomaa!Minsteerri RIB tti Humna qillee...
04/06/2022

# # # #
Dargaggootni Oromoo Carraa kanatti fayyadamaa!Namootni ulaagaa guuttan Dorgomaa!
Minsteerri RIB tti Humna qilleensa RIB Namoota Xiyyara Balalisanii fi Tekinishiyaanota foo'atee leenjii galchuu barbaada.
1.Baratoota bara 2012-2013 qormaata kutaa 12ffaa fudhatan
@ lammii Itoophiyaa
Mootummaa kan amanu.
@ Umurii 18-24
@ Fayyummaa guutuu kan qabu
irraa bilisa kan ta'e
@ dheerina metira 1.65
K g 50-60
guutuu fi orjinaala dhiyeeffachuu kan danda'u.
2.Xiyyaara balaliisuuf
Bara 2012-2013 qormaata kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii 350 sanaa ol kan qabu/qabdu
Ingiliffaa,Herreegaa fi Fiziksiidhaan qabxii jiddu-galeessaa %60 kan qabu
3.Tekinishiyaanotaaf
@ bara 2012-2013 qormaata kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii 300 sanaa ol kan qabu/qabdu
@ Afaan Ingiliffaa,Herregaa fi Fiziksiidhaan qabxii jiddu-galeessa % 50 kan qabu/qabdu foo'atee leenjisuuf hojjachaa waan jiruuf dargaggoon ulaagaa kana guutuus dandeessan waajjira Bulchiinsaa Fi Nageenya Aanaa keessanitti qaamaan argamuun galmaa'aa
Gaarii

Address

Hirna

Telephone

+251910917703

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beyan Alishoo Usmail posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share