Oda Roba Charity Organization

Oda Roba Charity Organization Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oda Roba Charity Organization, Non-Governmental Organization (NGO), Robe, Bale.

ODA ROBA CHARITY ORGANIZATIONHar'as Seenatu Hojjatame Tarkanfii Takka Gara Duraa Furgugeffame ORCOtu Eebbifamee Harka Qa...
31/03/2023

ODA ROBA CHARITY ORGANIZATION

Har'as Seenatu Hojjatame Tarkanfii Takka Gara Duraa Furgugeffame ORCOtu Eebbifamee Harka Qalleyyii Magalaa Keenya Keessa Jiran Namuu Raabbi Isanii Malee Dagatamantu Bakka Jiranitti Yaadatame Ziyaarame Kanaf Gammanne Obboleyyan Teenya Akkasuma fi Biyya Keessa Jiran Amanaa Nutti Ergatani Dalagaa Keeyrii Dalagatanin Baga Gammaddan Jechuu Feene Sagantaa Gargarsa Har'a Nama 200f Godhame Kana Wanti Adda Taasisu Wan bayetu Jira Sana keessa Namoota Bakka Gargarsa Nuti Itti Kenninu Dhufuu Hin Dandeenye 30 Tahanif Bakka isan Jiraniti Mana Isan Keessatti Dagatamanitti Dhaqne Ziyaarun Gargarsa Goonefi Gamachisuudha Kanas Gargarsa Rabbitin Gonee Jirra Alhamdulillah Jiini Ji'a Ramadanaati Ji'a Kabajaa Olaanati Hojiin Keenya Ji'a Kana Torban Tokko Jiddutti Yeroo 2ffaf Hojjatamu Isaatin Ammas Rabbii Kenya Galatonfanna Rabbin Nurra Ha Jaalatu
2ffan Oso Hin Dhokata Jedhame ORCOn Eeggamu Uwwisa Media Argachuu Isaati Kanaf Akka Hin Dhokanetti Mul'ate Jira Akka Hin Laafnetti Jabatee Jira Kan Jechaa Jirruf Uwwisni Media Kuni Dhaabata Jabaa Ummata Tahu Mirkanessu Calatti Hojiin Hojjatama Jirachu Warroota Amantii Dhaban Tokko Tokkof Ni Fayyada Warroota Jajal'atanii Kufatii ORCO eeganif Ammo Abdii Muranna Dhukkubbi Mataati Basaa Garaati Kana Ammo Dandetti Keenyan Oso Hin Taane Gargarsa Rabbii Keenyatin Dhugaa wan Qabannef Irra Aanne Milkofne Ammas Jenna ORCOn Dhaaba Ummatati Gochaan Jabaate Jechaan Laaffisun Hin Dandayamu Wan tahef Jabefadhaa Jenna Ammo Ni Lafna jetani Hin Eegina Maalif Abdii Miskiinati Gamachuu Hiiyeesati Irkoo Raabbiin Umata Kanaf Gammojjiii Baalee Keessatti Bu'uressedha Gargarsa Raabbii Qaba Hin Kufu Hin hafu
Namonni Umata Keenya Gargaruu Barbaddan Nu qunnamaa Keyriii Jiini Kun Qabu Samadhaa Obboleyyan Harka Nama eegatan Gammachifadhan Waamicha ODA ROBA CHARITY ORGANIZATIONITI

NAMA GARGAARUF NAMA TAHUN QOFTI GAYAADHA

Oda Roba Charity Organization Duran Dursee Ramadan  Kerim Kan Isinin Jedhu   TOLA OLTUMMA   Itti Aansun Dhaabbanni Keeny...
22/03/2023

Oda Roba Charity Organization
Duran Dursee Ramadan Kerim Kan Isinin Jedhu TOLA OLTUMMA Itti Aansun Dhaabbanni Keenya Dhaabbanni Ummataa Sagantaa Jala Bulti Ramadana Sababeffachun Qophii Qophessen Deeggarsa Namoota Harka Qalleyyii Magalaa Keessatti Argamanif Bakka Abbotin Gadaa Abbotin Amanti Jarsonni Biyya Hoggantonni Magalatti Argamaniti Sagantaa Baredaa Hawwataa Fi Midhagaa Jala Bultii Ramadanaa Fakkaatu Midhasse Tolchee Ummata Isaatif Ammas Irra Deebidhan Raabbii Gaditti Abdii Tahufii Argisisee Jira kanafuu Warroota Sadaqaa Kana Godhattan Rabbin Isin Irra Ha Jaalatu Nutis Akka Dhaaba ORCOti Amanaa Obboleyyan Keenya Gutuu Adunyarra Jirtan Nutti Ergattan Bakkan Isinii Geenye Jirra Nuufis Isinif Rabbin ha Herreegu Jenne Irra Deebine Ammas Ramadan Kerim Jedha ODA ROBA CHARITY ORGANIZATION
FI BBU
IJOOLLEN teenya BAGA GAMMADDAN baga Gammanne Obboleyyan Keenya Sababa Keessani Ho Xiqqate Torban Tokkof Ramadaana Yaada Malee Soomna Galatomaa Anesso Waaree

Address

Robe
Bale

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oda Roba Charity Organization posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share