Nuredin Adem

Nuredin Adem wan kamiin irrattuu wol gargaaruu qabna

27/06/2026
28/05/2025

If U above 25 years and still live with Ur parents;
U are a domestic animals hhhhh

Ufiif hin jenne hhhhh

Alhamdulillaah!!!
20/10/2024

Alhamdulillaah!!!

16/11/2023

Qabxiin Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa12ffaa fudhatanii Dhaabbilee Barnootaa Leenjii Ogummaafi Teeknikaa(TVET) Galanii Barachuu Danda'an Beekameera.
----------------

BBO- Sadaasa 06/2016 Ministeerri Hojiifi Ogummaa qabxii barattoota dhaabbilee leenjii teeknikaafi ogummaa galanii barachuu danda'an ibseera.
Ministirri Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil ibsa isaanii keessatti, barattoonni gara dhaabbilee leenjii ogummaafi teeknikaatti dhufan bakka deeman kan dhaban osoo hin taane dandeetti qaban baasanii akka fayyadamaniif kan gargaarau ta’uu himaniiru.

Dhaabbileen Ogummaafi Teeknikaa lammiileef carraa hojii uummuuf gahee olaanaa akka qabanis himaniiru.

Barana yeroo jalqabaafis leenjitoota sadarkaa 6 simatamanii kan leenji’an ta’uu eeruun, bu’uura ulaagichaan naannoleetti ramaddiin leenjitootaa ( barattootaa) kan gaggeeffamu ta’uu himaniiru.

Haaluma kana bu'uura gochuun, bara leenjii kana(bara 2016) barattoonni 632,000 ol fedhii gabaafi humna namaa jiru giddu galeeeffachuun sadarkaa 1-6tti akkaataa qabxii isaaniin ramadamanii akka leenji’an ibsameera

Qabxii darbiisaa kaa’ameenis, -
- 1fi 2’n leenjitoonni 110,015,
- 3fi 4’n leenjitoota 412,557
- 5’n leenjitoonni 110,015 akka leenji'an himaniiru.
- 6’n immoo, leenjitoota 2000 ta’an simachuuf qophiin taasifamuu ibsameera.
Walumaa galatti sadarkaan leenjii 1-8 kan jiru ta'uu ibsuun bara leenjii kanaaf garuu sadarkaa 1-6 kan jiran qofa akka simatan dubbataniiru.

darbiinsaa qophaa’ee barattoota qormaataa biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan bara ta’uus himaniiru.

Bara 2014’n dura barattoonni qormaata kutaa 12ffaa fudhatan immoo bu’uura qabxii darbiinsaa bara leenjiitiin akka keessummeeffaman beeksisaniiru..
Ministeera Hojiifi Ogummaa irraa dhufe armaan gaditti ilaaluun ni danda'ama.

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuredin Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your organization to be the top-listed Non Profit Organization?

Share