Sof-Omer Relief & Development Organization

Sof-Omer Relief & Development Organization Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sof-Omer Relief & Development Organization, Non-Governmental Organization (NGO), Adis.

Oromia Education Bureau & civil society Organizations conference May 18 2024 Adama Anole Hall Qulqullinna Barnoota guddi...
18/05/2024

Oromia Education Bureau & civil society Organizations conference
May 18 2024 Adama Anole Hall

Qulqullinna Barnoota guddisuu fi tumsaa barbaachisuu gochuuf civil society Organizations fi Oromia Education Bureau waliin mari' ate

Guyyaa hardhaa dhaabbilee miti mootumma tahaan local NGO 49 fi international NGO 38 walumaa galatti dhaabbileen 87 hogganaa biiroo barnoota gromiyaa obboo tolaa barisoo fi hoggantoota biiroo barnoota oromiyaa wajjin mari’atan
Hogganaan biiroo barnoota oromiyaa Naannoon Oromiya barattoota miliyoona 11.6 kan barsiisaa jiruu fi waggaa waggaan baraattoota haaraa miliyoona tokko akka simatee barsiisuu ibsuun barattoonni kun barnoota gahaa tahe akka argataaniif tumsi waloo akka barbaachisuu fi dhaabbileen miti mootummaas kana hubachuun deeggarsa barnootaaf qabaan cimsanii akka itti fufaan waamicha godhaan.
Rakkoolee manneen barnoota naannoo oromiyaa keessatti muldhataan
1. Barattoonni kutaa gadii aanaa dubbisuu fi barreessu dadhabuu
2. manneen barnoota barattoonni itt barataan kan sadarkaa isaa eeggatee tahuu dhabuu
3 barsisonni fi bulchinsi manneen barnoota gahumsa barbaachisu dhabuu fi kkf kaasun rakkoolee kanaa fi kan kana fakkataan furuuf namni kumuu dirqama isa irraa barbaachisu bahachuu akka qabu kaasaan.
Gama dhaabbilee miti mootummas hojiilee hanga ammaa hojjetama jiraan kaasuun mootummaan dhaabbilee miti mootummaatifis xiyyeeffanoo keennee akka wajjiin hojjennu jechuun yaada isaanii kaasan.
Sof-Omer Relief & Development Organization

Transitional Justce Consortium-EthiopiaMay 16 2024 Haile Grand Hotel Finfine Ethiopia Sof-Omer Relief & Development Orga...
17/05/2024

Transitional Justce Consortium-Ethiopia
May 16 2024 Haile Grand Hotel Finfine Ethiopia

Sof-Omer Relief & Development Organization

Dhaabbata SORDO Hundeen gadhii dhaabuuf lion international club fi FAS Aid Ethiopia wajjin mariin biyya Jermanitti Gegge...
30/01/2024

Dhaabbata SORDO Hundeen gadhii dhaabuuf lion international club fi FAS Aid Ethiopia wajjin mariin biyya Jermanitti Geggeeffamaa jira.

07/01/2024

Hordoftoota Amantii Kiristiyaanaa hunduu baga Ayyaana Qilleetiin Isiniin gahe.
Ayyaana Gaarii!

Dhabbanni keenna SORDOn Dhibee Koleeraa Godina Baalee bahaa Aanaa Sawweenaa fi Laga hidhaatti Muudatee Qamaan Aanichatti...
20/12/2023

Dhabbanni keenna SORDOn Dhibee Koleeraa Godina Baalee bahaa Aanaa Sawweenaa fi Laga hidhaatti Muudatee Qamaan Aanichatti argamnee erga Dawwannee booda dhibbeen kun akka hin babaldhanee fi namoonni dhibee kanaan qabamaan akka dandamataniif qoricha adda adda Wajjira fayyaa godinaatti gumachinee jirra. Abbotiin qabeennaa fi dhabbileen namoomaa biroos ummata keenna bira akka dhaabbataan waamicha goona.

Dhabbani SORDO Koree Qindeessituu fi Miseensota isaa Biyya UAE jiran waliin marii baldhaa geggeesse.SORDOn Marii amma Ko...
04/12/2023

Dhabbani SORDO Koree Qindeessituu fi Miseensota isaa Biyya UAE jiran waliin marii baldhaa geggeesse.
SORDOn Marii amma Koree Qindeessituu fi Miseensota isaa wajjin geggesseen gabaasa hojiilee hanga ammaa dhiyeessuu fi Karoraa gara fuula duraa irratti ergaa mari’atee booda Yeroo itti Aanu hawaasa baldhaa biyya UAE wajjiin wal argee akka mari’atuuf kallatti ka’amee jira.
Namoota akka Sagantaan kun milkaa’uuf qooda leencaa bahaniif galanni godhamee jira.

28/11/2023

Address

Adis

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sof-Omer Relief & Development Organization posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Sof-Omer Relief & Development Organization:

Share