21/04/2026
https://www.facebook.com/share/1BHoCs5qQ8/
Akkam jirtu? Dorgommiin miidhaginaa Miss World Ethiopia ammallee hin xumuramin jira. Dorgommii kanarratti mucaan keenya Lalisee Minkefuu sadarkaa tokkoffaan dursaa jirti. Hanga ammaatti tumsa taasistaniif galatoomaa jechaa, ammas sadarkaa tokkoffaa qabattee jirtuun akka xumurtuuf namni hundi sagalee akka kennuufiif kabajaan isin gaafanna. Dorgommichi guyyaa borii waan goolabamuuf hammasitti sadarkaa qabattee as geesserraa akka gad hin buunetti akka gaariitti vote haa goonuuf jechuu feena. Liinkii fi tartiibni ittiin filtan comment irra jira.
Nekemte city