08/09/2021
SEENSA PIROJEKTICHAA
Sagantaan agarsiisa dandeettii addaa (SADA)n pirojektii barattoota Oromiyaa keessa jiran sagantaa barnootan idileen ala waliin dorgomsiisuun dandeettii addaa Uumamaan qaban akka agarsiisaniif gargaaruu dha.Dabalatanis beekumsa addaa qaban haalaa ittiin waljijjiiruu danda'aniif haala mijeessuu dha.Akkasumas, addaa fi duudhaa bakkaa bakkatti garaagarummaa qabu waliin qooddachuufi dagaagsuu dha.
PROJECT INTRODUCTION
Special Talent Expression program (STEP)
STEP is a project to showcase end inspire students across Ethiopia into a competitive extracurricular engagement to inspire each other and inspire younger students with exposure to creativity born from the minds of Young Africans.