Kerssa Melima - MatchaTulama Association

Kerssa Melima  - MatchaTulama Association Together we can 💪

27/08/2026

Finfinnee/አዲስ አበባ
1. Magaala guddoo Shagar
2. Magaala guddoo Oromiyaa
3. Magaala guddoo Itoophiyaa
Magaala Eebba .
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
1. የሸገር ዋና ከተማ
2. የኦሮሚያ ዋና ከተማ
3. የኢትዮጵያ ዋና ከተማ
የተባረከች ከተማ ።

Dhugaan Buli 🙏🙏🙏
22/08/2026

Dhugaan Buli 🙏🙏🙏

“Finfinneen hanga ammaas teessoo mootummaa naannoo Oromiyaati. Kun immoo miidhaa qaba osoo tahee asii duraas miidhaa fida ture.Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaa tahuun waan qaama biraa miidhu tokko hin qabu. Inumaa faaydaa qaba jedheen amana.Nageenyaa fi misooma yoo barbaanne Finfinneen magaalaa guddoo mootummaa naannoo Oromiyaa taatee akka itti fuftu murteessu qabna." Pirisdaantiin mootummaa naannoo Hararii kabajamoo obbo Ordin Bedri marii biyyoolessaa irratti kan dubbatan.

Perezdentii keenya galata guddaatu isiniin mala.Firri dhugaa gaafa akkanaati beekkamaa k*m lama Allamagan tahaa jenna.

Kana waan beeynuuf yeroo hunda ummanni Hararii fi Oromoo Saantiima tokko gam lameeni jenna.Gaafa gaddaas gaafa gammachuus ummata waa hunda waliin qooddachaa as gaheedha. Perezdaantichiis kanuma ragaa bahan.

The  best players ever 🙏
17/07/2026

The best players ever 🙏

The shirt worn by Pele in Brazil's 1958 World Cup final victory has sold for $4.9m (£3.6m), becoming the second most valuable football jersey ever sold at auction 💰

Only Diego Maradona's 'Hand of God' shirt has sold for more, fetching £7.1m in 2022.

14/05/2026

Afaan Oromoo kan Rabbiin ittiin walii galaa jedhee nuuf kenne waajjira kamuu keessatti itti fayyadaman. Dhiibban durii iddoo tokkoo tokkotti jira 🙏

Hayena 😀
13/05/2026

Hayena 😀

Night hunters with an evil-sounding "laugh," hyenas have earned a worldwide reputation as the villains of the savanna. But in Ethiopia, new research suggests they could help solve the country's problem of urban waste and even help in the fight against climate change. https://cnn.it/3P2FyBj

Bay'een si jaaladdha obbo Lenchoo koo. Atti amanamaa fi qabsoo Oromoo dhugaa asiin nama ga'ee dha.
11/05/2026

Bay'een si jaaladdha obbo Lenchoo koo.
Atti amanamaa fi qabsoo Oromoo dhugaa asiin nama ga'ee dha.

👋 Harka fuune! Kun chaanaalii YouTube BBC News Afaan Oromoo isa sirriidha. Viidiyoo waa'ee oduu addunyaa fi Itoophiyaarratti odeessaalee gabaasa madaalawaa ...

11/05/2026

Baga guyyaa haadholii geessan 🙏
Happy mother's day 🎉

08/05/2026

6099 likes, 47 comments. Check out тнє Eтнισρια’s video.

Address

Arada Sefer
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kerssa Melima - MatchaTulama Association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share