Mejd Quran Association

Mejd Quran Association Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mejd Quran Association, Nonprofit Organization, Addis Ababa.

Sagantaa Jalqabaa 2015=====  Waldaa Qur'aanaa ====.Akkuma Beekamu Waldaan Qur'aana Ima Gara Biyya Garaagaraa Gochaa ture...
11/05/2023

Sagantaa Jalqabaa 2015

=====

Waldaa Qur'aanaa

====.

Akkuma Beekamu Waldaan Qur'aana Ima Gara Biyya Garaagaraa Gochaa ture Sababa Baatii Ramadaanaatiif Ji'a tokkoof addaan kutaa kan jiruudha.

Maarree akkuma kaleessa, Ammas Gara Sochii isaa kaleessaa sanitti waan deebi'eef Qaamaa Qalbiin akka nuuf tumsitan Maqaa Rabbiitiin isin gaafanna‼

Yoo Fedhii Rabbiitiin taate Sagantaa Keenya 6/9/2015 Uhudii dhufaa jirtu tanarraa kan jalqabu ta'a ‼

Abuu Umamaan  Al-Bahiliin  Hadiisa Ofii odeesse keessatti  akkana jedhe: Ergamaan Rabbii   akkana jechuu isaanii dhaga’e...
03/05/2023

Abuu Umamaan Al-Bahiliin Hadiisa Ofii odeesse keessatti akkana jedhe: Ergamaan Rabbii akkana jechuu isaanii dhaga’e: (Qur’aana dubbisi, guyyaa qiyaamaa sahiba isaatiif shafa’aa ta’ee ni dhufa). (Sahiih Muslim)

حديث أبي أمامة الباهلي قال سمعت رسول الله  يقول: (اقرؤوا القرآن فإنه يأتي يوم القيامة شفيعاً لأصحابه). (صحيح مسلم)
የአቡ ኡማማ አል-ባሂሊ ሐዲስ እንዲህ ይላል፡- የአላህ መልእክተኛ  እንዲህ ሲሉ ሰምቻለሁ፡- (ቁርኣንን አንብብ በትንሳኤ ቀን ለባልደረቦቹ አማላጅ ሆኖ ይመጣልና)። (ሰሂህ ሙስሊም)

02/05/2023

دعاء قبل الامتحان الصعب

"ربي اشرح لي صدري، ويسر لي أمري، وأحلل عقدة من لساني يفقهوا قولي". "بسم الله الفتاح العليم، اللهم يسر لنّا ولا تعسر علينا، إنك عفو قدير، اللهم إني أسألك أن تجعل الصعب إذا شئت سهلا يا ربّ العالمين". "اللهم إني استودعتك ما علمتني إياه، فردّه إلي حين حاجتي إليه، وذكرني منه ما نسيت يا حي يا قيوم.

01/05/2023

Sadarkaa Suuraa Baqaraa Mana ofii keessatti Qar'uun qabu ‼

=====

Suuraa Baqaraa Qar'uun Barakaa argamsiisa, dhiisuun immoo Nadaama argamsiisa.

Namni Mana isaa keessatti Halkan suuraa Baqara qara'ate Seexaanni Namaafi jinnii Mana isaa hin seentu, jedhan Rasuulli (S.A.W).

Wanti kamiyyuu Dalluu qabaa Dalluun Qur'aanaa Suuraa Baqaraati jedhan ‼

Sadarkaan Hadiisaa laafaa tahullee Imamu Al-baaniin Gaariidha jedheen!

اقرؤوا

البقرة فإن أخذها بركة وتركها حسرة ولا تستطيعها البطلة السحرة. رواه مسلم. وفي صحيح ابن حبان والحاكم وغيرهما أن رسول الله صلى الله عليه وسلم قال: إن لكل شيء سناما وإن سنام القرآن سورة البقرة، من قرأها في بيته ليلاً لم يدخل الشيطان بيته ثلاث ليالٍ. صححه الحاكم وحسنه الألباني.

Warra Qur’aana beeku‼ Ibnu al-Qayyim   Rabbi rahmata haa godhu akkana jedhe: Ummanni Qur’aana yoo qalbiin haffazuu baata...
01/05/2023

Warra Qur’aana beeku‼

Ibnu al-Qayyim Rabbi

rahmata haa godhu akkana jedhe:

Ummanni Qur’aana yoo qalbiin haffazuu baatanillee warra beekanii fi akka waan isa keessa jiruutti warra socho’aniidha.


Sheek Saaleh Al-Fawzan akkana jedhan:

Namni Qur’aana ofitti ibuusee naamusa isaa baratu nama idilee Qur’aana hin dubbisne yoo ta’ellee namoota Qur’aana keessaa isa tokkodha.

Rabbiin Warra Qur'aanaa irraa nutaasisi

Ibsa gaarummaa Islaamaa‼

أهل القرآن هم العالمون به

قال ابن القيم رحمه الله تعالى:

أهل القرآن هم العالمون به، العاملون بما فيه، وإن لم يحفظوه عن ظهر قلب، وأما من حفظه ولم يفهمه، ولم يعمل بما فيه، فليس من أهله، وإن أقام حروفه إقامة السهم.
زاد المعاد.

قال الشيخ صالح الفوزان:

الذي يتخلق بالقرآن ويتأدب بآدابه فهو من أهل القرآن، ولو كان عاميًا لا يقرأ القرآن.
شرح فضل الاسلام.

01/05/2023

الإجابة: الحمد لله، والصلاة والسلام على رسول الله، وعلى آله وصحبه ومَن والاه، أما بعد: فجزى الله ذلك الشخص خيرًا على ما يقوم به مِن شراء مصاحف، ووضعِها في المساجد؛ فإنه مِن الصدقة الجارية، ومن العلم الذي ينتفعُ به، يلحقُ المرء بعد موته؛ كما صحَّ عن رسول الله صلى الله عليه وسلم: "إن مما يَلحَق المؤمنَ من عمله وحسناته بعد موته علمًا علَّمه ونشره، وولدًا صالحًا تركه، ومصحفًا ورَّثه، أو مسجدًا بناه، أو بيتًا لابن السبيل بناه، أو نهرًا أجراه، أو صدقةً أخرجها مِن مالِه في صحته وحياته، يَلحَقه من بعد موته" [أخرجه ابن ماجه (242)، وابن خزيمة، وحسَّنه المنذري في "الترغيب والترهيب" (1/58)، وحسَّنه الألباني في "صحيح الترغيب والترهيب" (1/ 17)]. وعن أنس رضي الله عنه قال: قال رسول الله صلى الله عليه وسلم: "سبعٌ يجري للعبدِ أجرُهن من بعد موته، وهو في قبره: مَن علم علمًا، أو كرى نهرًا، أو حفر بئرًا، أو غرس نخلًا، أو بنى مسجدًا، أو ورَّث مصحفًا، أو ترك ولدًا يستغفرُ له بعد موته" [رواه البَزَّار، وأبو نُعِيم في الحلية، والبيهقي]. ويدخل في معنى توريثِ المصحف مَن يأتي بمصحفٍ ويُوقِفه للمسجد؛ فهو يتصدَّق حال صحته، والصدقة حال الصحة والحياة أفضل؛ كما روى البخاري: جاء رجل إلى النبي صلى الله عليه وسلم فقال: "يا رسول الله، أي الصدقةِ أعظم أجرًا؟ قال صلى الله عليه وسلم: أن تصدَّقَ وأنت صحيحٌ، شحيح، تخشى الفقر وتأمل الغنى، ولا تمهل حتى إذا بلغت الحلقوم، قلت: لفلان كذا، ولفلان كذا، وقد كان لفلان". وهذا الرجل وَهَب المصاحف للمسجد؛ فنرجو له أن يدخلَ في تلك الأحاديث؛ فأفضل الصدقة ما كان في زمن الصِّحَّة والشح؛ بخلاف ما إذا كان الإنسان مريضًا، وبسبب مرضه رخص عنده المال.

01/05/2023

Waldaan tola ooltummaa Tajaajila Qur’aanaa Itoophiyaa keessatti.

====
Kitaaba Rabbii olta’aa raabsuu, manneen barnootaa, geengoowwan beekumsaa fi Qur’aana Qulqulluu Itoophiyaa keessatti cimsuu irratti kan hojjatu yoo ta’u, dhaabbilee tola ooltummaa biroo waliin ta’uun hojiiwwan hawaasni siivikii barbaachisu hunda kan akka boolla bishaanii qotuu, daa’imman abbaa fi haadha hin qabne ispoonsara gochuu irratti hojjeta fi dubartoota abbaan manaa irraa du’e, maatii hiyyeeyyii deggeruu, fi qaama miidhamtoota naannoo hunda keessatti deeggaruun, naannoo Gogiinsa deggeruuf gumaachuu bira darbee, hundi isaanii deeggarsa keessanii fi ragaa gaarii fi karaa haqaafi haqa ta'een kan geggeessaa jiruudha‼

Mejd ===daawwannaa Guyyaa Kaleessaa Hooggantoonni   Markaza  Ansaar  Biiroo   waldaan Qur'aanaa  Ramadaana keessa Qur'an...
29/04/2023

Mejd
===

daawwannaa Guyyaa Kaleessaa
Hooggantoonni Markaza Ansaar
Biiroo waldaan Qur'aanaa Ramadaana keessa Qur'ana walitti Qabaa ture Daawwatan‼

As wr wb
29/04/2023

As wr wb

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mejd Quran Association posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mejd Quran Association:

Share