02/09/2026
From August 24 to 28, the , in collaboration with the Oromia Regional Health Bureau and the Ethiopian Ministry of Health, hosted a transformative five-day Basic Emergency Care training in Nekemte town.
18 professionals from 11 health facilities across East, West, and Horo Guduru Wollega zones, came together to enhance their skills in managing and stabilizing trauma cases in emergencies.
One participant said: “I have gained practical skills to apply in my daily duty of saving lives.”
Strengthening local capacities is crucial to deliver timely health care in areas affected by armed violence, even in the most remote and challenging environments.
የዓለም አቀፍ ቀይ መስቀል ኮሚቴ ከኦሮሚያ ክልል ጤና ቢሮ እና ከኢ.ፌ.ዲ.ሪ ጤና ሚኒስቴር ጋር በመተባበር ከነሐሴ 18 እስከ 22 ለአምስት ቀናት መሠረታዊ የድንገተኛ ህክምና እርዳታ አእሰጣጥ ስልጠና በነቀምቴ ከተማ ሰጥቷል።
በምስራቅ፣ ምዕራብ እና ሆሮ ጉዱሩ ወለጋ ዞኖች ከሚገኙ 11 የጤና ተቋማት የተውጣጡ 18 የጤና ባለሙያዎች፣ በድንገተኛ ሁኔታዎች ወቅት የሚከሰቱ ከባድ የአካል ጉዳቶችን የማስተዳደር እና የታካሚዎችን ሁኔታ የማረጋጋት ክህሎታቸውን ለማሳደግ በስልጠናው ተሳትፈዋል።
አንድ ተሳታፊ፣ "ህይወትን የማዳን የዕለት ተዕለት ስራዬ ላይ የምተገብረው ተግባራዊ ክህሎት አግኝቻለሁ" ሲል ተናግሯል።
በትጥቅ ብጥብጦች በተጎዱ እና ተደራሽ ባልሆኑ አስቸጋሪ ቦታዎች ጭምር፣ የጤና አገልግሎትን በወቅቱ ለማቅረብ የአካባቢያዊ አቅምን ማጠናከር ወሳኝ ነው።
Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil-Addunyaa (KQDIA), Biiroo Fayyaa Oromiyaa fi Ministeera Fayyaa Itiyoophiyaa waliin ta’uun leenjii guyyoota 5nii, Tajaajila yaalii Hatattamaa Bu’uraa jijjiirama guddaa fidu, Hagayya 18 hanga 22, 2018 Magaalaa Naqamtee keessatti geggeessee jira.
Leenjichi ga’umsa miidhama jeequmsa sammuu yeroo hattatamaa to’achuu fi tasgabbeessuu irratti dandeettii isaanii gabbisuuf ogeeyyii fayyaa 18, dhaabbilee tajaajila fayyaa 11, naannoolee Oromiyaa; Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa fi Horroo Guduruu Wallaggaa irraa walitti dhufaniif kennameera.
“Dandeettiiwwan murteessoo guyyaa guyyaan hojii irra oolchuuf itti fayyadamu argadheera.” Jedhe hirmaataan tokko.
Dandeettiiwwan naannoo cimsuun, bakkewwan walitti bu’iinsa hidhannoon miidhaman keessatti tajaajila fayyaa yeroo isaa eeggate, haala rakkisaa fi naannolee fagoo ta’an bira gahuuf illee murteessaadha.