Waldaa Dubartoota Oromoo Addooyyee

Waldaa Dubartoota Oromoo Addooyyee Ani Dhaloota Wal Qixxummaati!

17/10/2023
Dhaabbata Dubartoota Oromoo Addooyyee Fi gartu Odaa Gadaa  jedhamu waliin ta'un ,Art.Zarihun Wadaajoo Fi Art.Halloo Daww...
27/02/2022

Dhaabbata Dubartoota Oromoo Addooyyee Fi gartu Odaa Gadaa jedhamu waliin ta'un ,Art.Zarihun Wadaajoo Fi Art.Halloo Dawwe bakka isaan jiran deeme waan danda'uun biraa dhabaatera.

21/02/2022

Beeksisa Deggersa Daa'immaaniifi Dubartootaa Dhaabbata Dubartoota Oromoo Addooyyee irraa.

Miseensotta Fi hojjeettota Dhaabbata Dubartoota Oromoo Addooyyee kudha tokko(11) lakkoofsan tahan akka hidhaaman beeksif...
21/11/2021

Miseensotta Fi hojjeettota Dhaabbata Dubartoota Oromoo Addooyyee kudha tokko(11) lakkoofsan tahan akka hidhaaman beeksifne ture.Haa ta'uu malee reebicha cimaa irraa gaheen ;
✓shamarren tokko(1) Gadameessa yeroo baqaafatu,
✓shamaraan lama (2) immoo Dhiigni isaani walitti fufiinsan kan dhangala'uu yemmu ta'u,
✓shamarran lama (3) Eessa akka jiran hanga Har'ati Dhabbaatichi waan beeku hin qabu.
✓shamarran lama (2) kutaa magaala Finfinneetti hidhaamani yeroo jiraan ,
✓shamarran jaha(6) godinaa Addaa magaala Finfinneetti hidhamani jiru.Qaama dhimmi ilaaluti iyyaanus deebi hin argaane.

Address

Finfinnee
Addis Ababa
ADDOOYYEE

Telephone

+251961265426

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Dubartoota Oromoo Addooyyee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share