Bale Dinsho Youth League Page

Bale Dinsho Youth League Page Odeeffannoo waaltawaa fi hoo'aa ta'an akkasumas hojiiwwan sadarkaa Aanaatti raawwataman hawaasa qaqqabsiisuu ykn beeksisuu dha.

     Badhaadhinaa kaleessa Aarsaa qarreef qeerroo oromootiin dhalate Hadhas filannee Egeree biyya keennaa ni murteeffann...
20/05/2026




Badhaadhinaa kaleessa Aarsaa qarreef qeerroo oromootiin dhalate Hadhas filannee Egeree biyya keennaa ni murteeffanna jedhan Dargaggoonni Aanaa Diinshoo

Godina Baalee Aanaa Diinshootti Sosochiin Duula nafiladhaa Gurmuu Dargaggootaa karaa adda ta'een gaggeeffamaa oolee jira.
Filannoo marsaa 7ffaa akka biyya keenyaatti gaggeeffamuuf Sagantaan duula na filadhaa Gurmuu Dargaggoota Aanichiitiin Gandoota Aanichaa hunda keessatti itti fufee bifa miidhagaadhaan gaggeeffamaa jira.

Paartii Badhaadhinaa Filadhaa!
Mallattoon Keenya Nadoo/Bissii Qamadiiti.

Address

Ethiopia
Addis Ababa
OROMIA

Telephone

+251949303078

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bale Dinsho Youth League Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Bale Dinsho Youth League Page:

Shortcuts

Share