Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo/The Oromo Youth Aka Qeerroo Union

Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo/The Oromo Youth Aka Qeerroo Union Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo/The Oromo Youth (Aka Qeerroo) Union. Kanaaf Daangaa malee Ijaaramnee Rakkoof Furmaata ta'uuf Murteeffanne.

Nuti Gamtaan Qeerroo Dargaggoota Oromoo GQDO/The Oromo Youth (Aka Qeerroo) Union OYQU Haalli Oromoofi Oromiyaan Keessa jirtu Watwanaan Haadha Oromoofi abbaa Oromoo boqonnaa nuuf hin kennu. Sabni Oromoo Jaarmiyaa Siyaasaafi Murnoota addaa addaa irraa guddaadha. Ilmaan Oromoo gamaafi gamana dhaabbatanii Uummata Irraa dhalatan gidduutti dhiiga wal dhangalaasuun fafa Siyaasaa seenaa ta'ee darbudha.

Fafa akkasii hamilee ittin teenyee ilaallu hin qabnu. Nageenyi Oromoofi Oromiyaa hundaa ol nu yaachise, kanaaf Dhaadannoo sagaleen Qawwee Obboleewwaan gidduudha Callisuu qaba ("Silencing the Gun among Brothers") Jedhu qabannee gutummaa Oromiyaa Irratti Sirnaan Ijaaramnee Warraqasaa Nagaa Waaraa saba keenyaa fiduu irratti hojjenna. Dhaloota Dammaqee akka ta'uu qabutti Ijaarametu Furmaata fiduu danda'a. Kan dammaqee, kan Oromoo ta'ee dhimmii Oromoof Oromiyaa nu ilaallataa jedhu nu waliin haa dhaabbatu.

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo/The Oromo Youth Aka Qeerroo Union posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Gamtaa Qeerroo Dargaggoota Oromoo/The Oromo Youth Aka Qeerroo Union:

Share