Brothers Charity

Website

Brothers Charity Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Brothers Charity, Nonprofit Organization, Adama.
(1)

Waldaan Tola Ooltummaa Obbolootaa kaayyoon isaa namoota rakkina adda addaa keessaa jiran deeggaruudha.Kanaafuu obboloonni keenya nu waliin hojjechuu barbaaddan akka itti hirmaattan jaalala Waaqayyoon isiin beeksiisna.

17/09/2026

Nagargaari yemmuu siin jedhan caalluma jette hintaa'iin, gargaaruuf ka'i👏

17/09/2026

Nama ta'u keenya yoo beekne, namummaaf dursa kennina.

16/09/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Abuu Fariihaa, Junda Tahire, Ejara Regasa, Leelloo Duulaa, Galataa Ka Neenqoo, Pablo Deocera, Alamu Loko, Ababe Busha, Oliyyad Ejiguu, Hamdii Daaniyyii, Tole Tareku, Guye Damise, Imam Fanta, Kalid Jimma, Zeenabaa Guutuu Aalakaa, Rashad Muzamil, Kuulani Amiin, Miikii Miikii, Kamaal Hassan

09/09/2026

Baga nagaan bara 2018 xumurtan jechaa bara 2019 nu waliin itti fufu kan barbaaddaan gochuun page keenya hordofa.

06/09/2026

Waaqayyoo nu gargaara bara 2019 tti hojii guddaa dhaloota keenyaaf ni hojjenna👏

04/09/2026

Bishaan MIXIIN Lagaa Waraabde JALDEESSII ittiin qaama dhiqata

04/09/2026

Warri ollĂ akee jiru akkamitti akka jiran gaafatte beektaa?

1.  Tokkummaan obbolootaa mootummaa Waaqayyoo keessatti hojii mootummaa Waaqayyoo babal'isuu fi mootummaa Waaqayyoo mul'...
01/09/2026

1.
Tokkummaan obbolootaa mootummaa Waaqayyoo keessatti hojii mootummaa Waaqayyoo babal'isuu fi mootummaa Waaqayyoo mul'isuu keessatti gahee guddaa qaba. Kitaabni Qulqulluun wal jaalachuu, wal gargaaruu fi rakkattoota deeggaruu akka qabnu nu barsiisa.
2.
Harka qalleeyyii fi namoota rakkoo keessa jiran deeggaruu.
Jaalalaa fi tokkummaa obbolummaa cimsuu.
Hawaasa keessatti hojii mootummaa Waaqayyoo mul'isuu.
Namoota dadhaboo ta'an abdii fi jajjabina kennuuf.
Miseensota waldaa hojii mootummaa Waaqayyoo keessatti hirmaachisuu.
3.
Jaalalaa Kiristoosiin harka qalleeyyii gargaaruu, jireenya isaanii keessatti jijjiirama fiduu fi hawaasa keessatti hojii mootummaa Waaqayyoo mul'isuu.
4. 'ata
Hawaasa keessatti namni rakkoo keessa jiru akka deeggaramu, jaalalli fi tokkummaan akka dagaagu, mootummaa Waaqayyoo hojii gaariin akka mul'atu taasisuu.
5.
Maatii harka qalleeyyii ta'aniifi barattootaaf deeggarsa nyaata, uffataafi meeshaalee bu'uuraa dhiheessuu.
Maanguddoota, haarmolii humna hinqabnedeeggaruu.
Gargaarsa yeroo ariifachiisaa kennuu.
Hojii galii maddisiisuu irratti Hubannof fi deggersa kennuu.

31/08/2026

Namni harka isaa utuu hin guutin facaasu, harka utuu hin guutin in galfata; namni harka guutee facaasu immoo harka guutee in galfata. 2Qor. 9:6

Address

Adama
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Brothers Charity posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share