Dhaabbata Gargaarsa Daa'immaniif Dubartootaa Hiliif

Dhaabbata Gargaarsa Daa'immaniif Dubartootaa   Hiliif Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dhaabbata Gargaarsa Daa'immaniif Dubartootaa Hiliif, Community Organization, Finfinnee oromia, Adama.

Namni Suuraa Kana Ilaalaa Fayyi Osoo Hin Jedhiniin Darbite Waaqni Maal siin jedha?💔😭👇
18/12/2025

Namni Suuraa Kana Ilaalaa Fayyi Osoo Hin Jedhiniin Darbite Waaqni Maal siin jedha?💔😭👇

“Haadholiin Itoophiyaa Waaqa naaf kadhadhaa” Maaster Abinnet===============================Haadholii boo’an waliin boo’a...
15/12/2025

“Haadholiin Itoophiyaa Waaqa naaf kadhadhaa” Maaster Abinnet
===============================
Haadholii boo’an waliin boo’a, dhukkubsata waliin dhukkubsata. Uummata balaa uumamaan miidhamaniif dursee dhaqqaba. Maaster Abinnet Kabbadaa jireenya isaatu kana.
Baatii tokko keessatti birrii miliyoona 30 walitti qabuun namootni 5 yaaliif gara biyya Hindiitti ergeera.
Amma garuu ofiisaayyuu dhibee hamaaf saaxilameera.
Dhibeen dubbachuu hin dandeenye kun maali?

Dhaabbata Gargaarsa Daa'immaniif Dubartootaa Hiliif

Sitti haa dhaga'amu  1 Qofa Fayyadamii Fayyi Jedhi Darbi namni Fayyaa Qabdu😭😭😭😭😭😭🙄  Fayyisuuu yaa obboleessaa kiyyaa
09/12/2025

Sitti haa dhaga'amu

1 Qofa Fayyadamii Fayyi Jedhi Darbi namni Fayyaa Qabdu
😭😭😭😭😭😭🙄
Fayyisuuu yaa obboleessaa kiyyaa

Waaqni   Kee Ishee Si Jaallattu Sana Hamaatti Si Jalaa Hin Kennin 🤲   Jettuun Malee hin Darbiin!
16/11/2025

Waaqni Kee Ishee Si Jaallattu Sana Hamaatti Si Jalaa Hin Kennin 🤲 Jettuun Malee hin Darbiin!

11/07/2025
Fayyi jettuun malee hin darbiin please 🥺🥺Abbaa nama hundaa
07/02/2025

Fayyi jettuun malee hin darbiin please 🥺🥺

Abbaa nama hundaa

Mucaan kun, gaaffii "Biyyi kun garamitti deemaa jirti" jedhamee gaafatameef, Deebii "Gara Hoolotaatti" jedhee deebiseef ...
28/01/2025

Mucaan kun, gaaffii "Biyyi kun garamitti deemaa jirti" jedhamee gaafatameef, Deebii "Gara Hoolotaatti" jedhee deebiseef ajaa'ibsiifannaa argatee, ittiin qoosaa turre. Maatiin mucaa kanaa, harka qalleeyyii waan ta'anif guyyaatti inni osoo hin nyaatin oolullee akka jiru Viidiyoo gabaabdu maxxanfamaa jirurratti dubbateera.

Mee warri dandeessan mucaa kana g•argaaraa!
Account Harmee isaa
CBE 1000533532857
Wasane Ejeta
Bil. 0995956893

Dhaabbata Gargaarsa Daa'immaniif Dubartootaa Hiliif

إنا لله وإنا اليه راجعون 🥹🥹🥹Mucayyoon Suuraa isii asii gaditti argitan  magaalaa Adaama ganda haaraatti Konkolaataa hin ...
29/09/2024

إنا لله وإنا اليه راجعون 🥹🥹🥹

Mucayyoon Suuraa isii asii gaditti argitan magaalaa Adaama ganda haaraatti Konkolaataa hin beekamneen dhahamtee lubbuun ishee darbee jira garuu hanga ammatti Namni ishee beeku waan hin jirreeff poolisoonni Reeffa gara Hospitaala Haylamaaram geesanii jiruu namni beektan yoo jiraate Lakkofsa poolisoota achitti argamanii kanaan 0952263912
Bilbilaafi Akkasuma godhaa qooda namumaa keessan bahadhaa

godhaa nama ishee beeku barbaadaa!

😭😭😭Haadha Halkan tokkotti ijoolleeshee lamaan dhabde😭😭😭Maqaan Isaanii Lataa Taammiruu fi Obsaa Taammiruu jedhamu, Maatii...
18/08/2024

😭😭😭Haadha Halkan tokkotti ijoolleeshee lamaan dhabde😭😭😭

Maqaan Isaanii Lataa Taammiruu fi Obsaa Taammiruu jedhamu, Maatii baayyee harka qalleessa tahe keessaatti dhalatanii guddatan.Abbaan Isaanii Taammiruun Hojii humnaa hojjechuun nama jiraatu dha. Jireenyi itti ulfaachuu irraan kan kahe Haati isaanii Waggoottan muraasa dura Mana namaa hojjettee jiraachuuf,ijoolleeshees barsiifachuuf Gara Buraayyuutti ijoolleeshee qabattee dhufte. Waggoota dheeradhaafis mana namaa Hojjettee ijoolleeshee barsiifataa turte. Lataa fi Obsaan Abbaa Isaanii Taammiruu Guddinaa fi haadha isaanii Dirribee Atoomsaa irraa Magaalaa Gimbii Naannoo ganda 02 dhalatanii guddatan.Haadha isaanii waliin naannoo Kutaa Magaalaa Buraayyuu Aanaa Gafarsaa Buraayyuu Mana kutaa tokko biyyoodhaan dhoobame kireeffatanii jiraatu turan. Lataan Naannoo Kattaatti Wallaggee jedhamuun kan waamamu dargaggeessa jaallatamaa umurii 22 ture. Obsaan immoo Barataa kutaa 10ffaa ture, Barumsa isaattis baayyee cimaa waan tureef Baratee Seenaa koo anaaf jijjiira jettee haati ija irra keewwattee turte.
Garuu maal godha guyyaa gaafa 2/12/2016 Rooba Cimaa Roobeen halkan osoo rafanii manni Mana Isaanii ol jiru jalaa lafti sigigaachuun Girgiddaa mana isaanii cabsee Ijoollota lamaan haadha jalaa halkan tokkotti galaafate.
Haatis, Ijoolleshee nagaa waliin raftee ganama du'anii argite.😭

😭Abdii cite,Ifa dhaame,Jireeenya Gufate!😭
Haati Umuriishee guutuu kan Gola namaa keessa gugguufaa turteef abbaanis bara yeroo of dadhabetti harka duwwaa hafan.

Warra Boqotan miti haadhaa fi abbaa abdiin citee cina dhaabbannaaf barruu kanaan dhufne.hamma humna keenyaa akka gargaarruu

Kaayyoon Tumsa Maallaqaa kanaas:
1.Mana keessa jiraataniif haala mijeessuu
2. Fuulduree isaaniif Waan ittiin jiraatan karaa Saaquu taha!
Lakkoofsa Herrega Baankii Dirribee Atoomsaa
1. 1000645613345 Daldala
2. 013201394009700 Awwash
3. 1049900178185 Oromiyaa HG
Odeeffannoof: 0967486131Dirribee(Haadha)
0922249789 Dinqaa
0922208293 Leencoo
Mamo Tesfaye

    waan sana raawwate.Waan jecha Nama dhabsiisa😪😭Namni Suuraa irratti argitan Kun   jedhama, mucaa suurri ishee asirrat...
18/08/2024



waan sana raawwate.
Waan jecha Nama dhabsiisa😪😭
Namni Suuraa irratti argitan Kun jedhama, mucaa suurri ishee asirratti mul'atu kana
Umuriin ishee Waggaa 8 dha, Haadhi mucaa kanaa amanamummaan bira keewwattee bakka hojii deemnaan humnaan ukkaamsee daa'ima kana gud**de😪.
Sanumarraa ka'uun mucaan harkatti laafnaan morma hu*dh*ee a*j*se ka'ee, Lakki Utuu gara bakkee bahaa jirtuu fiigdee kuftee duute jedhee dhugaa mucaa kanaa haalus, jecha dura barreeffame kanaan amanee jira,dhugaa dubbachuuf namoota akkas akkasii hidh*aa😪miti ture kan maluuf, mee isin maal jettu kana😔

Dhugaadha dubbii kana warra dhala qabaniif godhaa biraan gahaa of eeggannoo dhala keessaniif Akka gootanif.

Address

Finfinnee Oromia
Adama
11368883

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaabbata Gargaarsa Daa'immaniif Dubartootaa Hiliif posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share