ODA East Shoa

ODA East Shoa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from ODA East Shoa, Community Organization, Adama.

27/07/2026
Godinni Shawaa Bahaa Raawwii Hojii bara 2018 gaggeessuun Aanaalee, Magaalootaa fi Gandootaa Raawwii ol’aanaa galmeesisan...
26/07/2026

Godinni Shawaa Bahaa Raawwii Hojii bara 2018 gaggeessuun Aanaalee, Magaalootaa fi Gandootaa Raawwii ol’aanaa galmeesisan madaaluun sirna Beekkamtii fi Badhaasaa kenne.

Haaluma Kanaan Waajjiraalee Godinaa keessaa
1. Misoomaa Magaalaa fi Manneenii
2. Fayyaaa
3. Barnootaa
4. Galiiwwani
5. Qonnaa

Aanaalee keessaa
1. Gumbichuu
2. Ada’aaa
3. Liiban Cuqaalaa
4. Lumee
5. Dugdaa

Magaalotaa keessaa
1. Maqii
2. Mataaharaa

Gandootaa Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalotaa Godina Shawaa Bahaa hundaa keesaa 1ffaa bahaniifis beekkamtiin kennameera.
Hundi Keessanu Baga Milkooftan Jenna Maqaa WMO Godina Shawaa Bahaatiin.

"Waldaan_Misooma_Oromiyaa_Furtuu Rakkoo Hawaas-Diinagdee Ummata Keenyaa Ta'uun Kaayyoo Dhaabbateef Qabatamaan Waldaa Hoj...
26/07/2026

"Waldaan_Misooma_Oromiyaa_Furtuu Rakkoo Hawaas-Diinagdee Ummata Keenyaa Ta'uun Kaayyoo Dhaabbateef Qabatamaan Waldaa Hojjechaa Jiruudha."
Bulchaa Aanaa Fi Walitti Qabaa Boordii WMO Damee Aanaa Gumbichuu Obbo Masfin Kabbitee

25/07/2026

Address

Adama

Telephone

+251221110251

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ODA East Shoa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to ODA East Shoa:

Shortcuts

Share